Wongeela Maatewos 14:16-17
Wongeela Maatewos 14:16-17 ARSIDNT
Yesus garuu, «Isin waan nyaatan isaaniif kennaa malee, akkanumaan deemuun isaanii hin malu!» isaaniin jedhe. Barattoonni isaa'llee, «Nu'u asii ka qabnnu, buddeena shanii fi qurxummii lama qofa» jedhaniin.