1
Seera Uumamaa 7:1
Kitaaba Woyyuu
Rabbi Noohiin, «Maatii kee maraa fudhadhuutii markaba seeni; dhaloota bara kanaa keessaa ati qajeelaa akka taate argeeraa.
Vergelyk
Verken Seera Uumamaa 7:1
2
Seera Uumamaa 7:24
Bisaanillee haga guyyaa dhibbaa fi shantamaa lafa irraa hin dhidhanne ture.
Verken Seera Uumamaa 7:24
3
Seera Uumamaa 7:11
Noohi dhalatee wogga dhibba jaheesso'oo ji'a lammeesso'oo guyyaa kudha torbeesso'ootitti burqaan gugurdaan maruu dhooye, gubbaan Sami'iillee banamee
Verken Seera Uumamaa 7:11
4
Seera Uumamaa 7:23
Wonti lafa irra jiru maruu nama irraa jalqabee haga waan lafa irra munyuuqanii, haga allaattii Samii irra bararanii maruu lafa irraa barbadaayan; worri du'a hafan Noohii fi worra markaba keessa isa woliin jiran calla'a.
Verken Seera Uumamaa 7:23
5
Seera Uumamaa 7:12
roobni guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa lafatti roobe.
Verken Seera Uumamaa 7:12
Tuisblad
Bybel
Leesplanne
Video's