Qarshii gibiraaf kafalamu mee natti muldhisaa!» isaaniin jedhe.
Kanaaf isaan qarshii tokko fidanii itti ni muldhisan. Inni'llee, «Qarshii kana irratti biftti bocamee fi maqaan barreeffame ka eennuuti!» jechu'uun, isaan ni gaafate. Isaan'llee, «Ka nugusa worra Rooma'aati!» ni jedhaniin, Inni'llee, «Eegasuu ka nugusaa nugusichaaf, ka Waaqaa'llee Waaqaaf kennaa» isaaniin jedhe.