1
Wongeela Maatewoosii 9:37-38
Guji Oromo New Testament 2007
Yennaa san inni barattoota ifiitiin, “Midhaan haamamu gudda'a; worri haamu ammoo diqqa'a. Tanaaf abbaan midhaanii worra miidaan haamu gara midhaan haamamuu akka ergu daadimadha'a” jedhe.
对照
探索 Wongeela Maatewoosii 9:37-38
2
Wongeela Maatewoosii 9:13
Dhaqa'aatii Barreeffama, ‘Ani marartii barbaada malee ciinca'aa moti’ jedhu hiikkaan maan akka te'e qorqora'aatii hubadha'a. Ani cubbaaleyyii waamiisaaf dhufe malee, balchoota waamiisaaf moti” jedhe.
探索 Wongeela Maatewoosii 9:13
3
Wongeela Maatewoosii 9:36
Inni akka hoolota tissee hin qannee kolbaa raakkattee fi qarqaarsa hin qanne yennaa dhagge nayeef.
探索 Wongeela Maatewoosii 9:36
4
Wongeela Maatewoosii 9:12
Yesuus yennaa kana dhage'e, “Worra dhibameef malee, worri fayyaaleyyi'iif cidheesa hin barbaachisu.
探索 Wongeela Maatewoosii 9:12
5
Wongeela Maatewoosii 9:35
Yesuus Mana Waaqeffannaa Yihudootaa keessatti barsiisaa, Oduu Gammadaa ta mootummaa Waaqaa lallabaa, kolbaa dhukkubaa fi dhibee mara irraa fayyisaa qachootaa fi olloota mara keessa deeddeeme.
探索 Wongeela Maatewoosii 9:35
主页
圣经
计划
视频