Seera Uumamaa 16:13
Seera Uumamaa 16:13 MACQUL
Aggaaris,<<Ani dhuguman Waaqayyoon isa na ilaalaa ture argee?>> waan jetteef, Waaqayyo isa isheetti dubbate sana <<El-Ro'i>> jettee waamte; [<<El-Ro'i>> jechuun <<Waaqayyo isa na ilaalu>> jechuu dha].