1
Seera Uumamaa 16:13
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Aggaaris,<<Ani dhuguman Waaqayyoon isa na ilaalaa ture argee?>> waan jetteef, Waaqayyo isa isheetti dubbate sana <<El-Ro'i>> jettee waamte; [<<El-Ro'i>> jechuun <<Waaqayyo isa na ilaalu>> jechuu dha].
Thelekisa
Phonononga Seera Uumamaa 16:13
2
Seera Uumamaa 16:11
Ergamaan Waaqayyoo ammas immoo, <<Kunoo ulfoofteetta, ilmas in deessa, Waaqayyo isa ati gad qabamtee iyyatte waan siif dhaga'eef, maqaa isaa <<Ishmaa'el>> jettee in moggaafta*!
Phonononga Seera Uumamaa 16:11
3
Seera Uumamaa 16:12
Inni akka harree diidaatti in jiraata; inni nama hundumaa irratti harka ol in fudhata, namni hundinuus isa irratti harka ol in fudhata; obboloota isaa hundumaan cigaadaa in jiraata>> jedheen.
Phonononga Seera Uumamaa 16:12
Ekuqaleni
IBhayibhile
Izicwangciso
Iividiyo