YouVersion Logo
تلاش

Wongeela Maatewoosii 2:1-2

Wongeela Maatewoosii 2:1-2 GAXNT

Bara Heroodis mooticha te'eeru, qachaa Beetelemii, ka Yihudaa keessaatitti Yesuus dhalate. Achiin duuba adoo hin turin beekkoleen urjii qorqortu karaa baya adu'uutii gara Yerusaalemii dhufanee, “Mucaan mootii Yihudootaa te'iisaaf dhalate, eessa jira? Nuuti urjii isaa karaa aduun baatutti dhagginee, isatti sagadiisaaf dhunneerra” jedhanee iyyaafatane.

پڑھیں Wongeela Maatewoosii 2

اس Wongeela Maatewoosii 2:1-2 کے مطابق مفت مطالعاتی منصوبے اور عقیدت بھرے پیغام