1
Seera Uumamaa 19:26
Kitaaba Woyyuu
Haati manaa Looxii uf duuba midhattee soodduu dhagaa sooqiddaa taatee hafte.
సరిపోల్చండి
Explore Seera Uumamaa 19:26
2
Seera Uumamaa 19:16
Inni harkifatullee Rabbi garaa isaa laafee namoonni sunniin harka haadha manaa isaatii fi harka ijoollee durbaa lamaan isaa qabanii baasanii qachattii saniin ala isaan kaayan.
Explore Seera Uumamaa 19:16
3
Seera Uumamaa 19:17
Qachattii keessaa gara raasa'aa haga isaan baasaniin maayessa maleekkota keessaa tokko «Uf oolchaa'a; uf duuba hin laalinaa'a; naannoo dhooqaa kanallee hin dhaabatinaa'a; akka hin banneef gara gaaraa dheessa'aa» isaaniin jedhe.
Explore Seera Uumamaa 19:17
4
Seera Uumamaa 19:29
Rabbi qachattii dhooqa keessaa ta Looxi keessa taa'ee ture san haga balleesseen maayessa Abrahaamiin qaabatee; Looxiin badii san keessaa baase.
Explore Seera Uumamaa 19:29
హోమ్
బైబిల్
ప్రణాళికలు
వీడియోలు