1
Seera Uumamaa 15:6
Kitaaba Woyyuu
Abraamillee Rabbitti amane; amantiin isaallee qajeellumma'atti laakkayameef.
సరిపోల్చండి
Explore Seera Uumamaa 15:6
2
Seera Uumamaa 15:1
Waan kanaan maayessa Rabbi Abraamiin, «Abraamii kiyya! hin sodaatin; ani wontee keetii, guddisee si eebbisa» hennaa jedhu manaaba keessa dhagaye.
Explore Seera Uumamaa 15:1
3
Seera Uumamaa 15:5
Rabbi Abraamiin gara raasa'aa baaseenii «Urjii Sami'ii ol laali yoo ka laakkawuu dandeettuu laakkayi, horteen keellee akkanuma baay'ta» jedheen.
Explore Seera Uumamaa 15:5
4
Seera Uumamaa 15:4
Kanaan maayessa Rabbi Abraamiin «Kun si hin dhaalu; finnuma kee ka gudeeda keetii bawutu si dhaala» jedhe.
Explore Seera Uumamaa 15:4
5
Seera Uumamaa 15:13
Rabbi Abraamiin, «Horteen kee biyya namaatitti galtuu ta'ee akka jiraatu beeki; woggoota dhibba afuriif garboota godhatanii isaan rakkisan.
Explore Seera Uumamaa 15:13
6
Seera Uumamaa 15:2
Abraam ammo, «Rabbii kiyya! ani finna waan hin qabneef eebbi ati naa kennitu maal naa godha? qabeenna kiyya Eli'eezarii nama Damaasqo'ootitu dhaalaa
Explore Seera Uumamaa 15:2
7
Seera Uumamaa 15:18
Gaafas Rabbi Abraamiin «Laga Misiriitii haga laga guddaa Efraaxisii lafa tana maraa hortee keetii kenneera.
Explore Seera Uumamaa 15:18
8
Seera Uumamaa 15:16
Fiixaan kee dhaloota arfeesso'oo irratti as deebi'an; waan cubbuun worra Amoorotaa guutee hin jirreef» jedheen.
Explore Seera Uumamaa 15:16
హోమ్
బైబిల్
ప్రణాళికలు
వీడియోలు