Seera Uumamaa 5:2

Seera Uumamaa 5:2 KITWOY

Dhiiraa fi intala godhee uumee isaan eebbise; maqaa isaaniillee gaafuma isaan uume «Nama» jedhee isaanitti baase.