Logo YouVersion
Ikona Hľadať

Maatewos 6:16-18

Maatewos 6:16-18 KAKHAA

Yesus, “Yo Waaqaa kadhachaaf agabdan, akka warra kijibaa fuula hin yakkatinaa! Warrii akka namii agabuu warraa arguuf fuula yakkata. Dhugumaa, waan anin isaniin jedhuu warrii sun gatii ufii ya argate. Atin ammoo yo agabdu fuula dhiqadhuu, mataa filadhu, akka namii agabuu tantee hingarre; akka Waaqii dhossaa jiru callaan si argu! Abbaan kankee ka waan dhossaallee argu galata sii baasaa” jedhe.

Video pre Maatewos 6:16-18