Logo YouVersion
Ikona Hľadať

Maatewos 5:38-39

Maatewos 5:38-39 KAKHAA

“Akka durii ‘Nama ila namaa basse, ila isaallee ha baassanii; ka ilkaan nama cabse, ka isaallee ha cabsanii’ jedhan ya dhageettan. Ammoo waan anin amma isanitti himuu, nama waan hamtuu isan tolchu haaloo hinfuudhinaa. Yo boqoo mirgittii si dhabanaasan bitaattiillee itti garagalfadhu.

Video pre Maatewos 5:38-39