1
Maatewos 15:18-19
Kakuu Haaraaka
Wantii afaan keessaa ba'aa, ammoo herrega garaa keessaa dhufti, sunitti duuba nama xureessa. Garaa keessaa herrega hamaa, ijjeechaa, walbarachaa, caphanummaa, hanna, dharaa fi arrabatti ba'a.
Porovnať
Preskúmať Maatewos 15:18-19
2
Maatewos 15:11
Waan afaan namaa keessaa ba'aa malee wantii afaan namaa seenaa nama hinxureesitu” jedheen.
Preskúmať Maatewos 15:11
3
Maatewos 15:8-9
‘Biyyitii tunin afaanumaan na guddifti, garaan warraa ammoo narraa fagoo jira, ufumaa na yaammatti, wantii akkanaatiif barsiisa ufii keessa seera namaa akka seera Waaqaa barsiisan.’ jedha” jedheen.
Preskúmať Maatewos 15:8-9
4
Maatewos 15:28
Jennaan Yesus, ''Adoo, dhugeeffachaan tantee waan guddoo, wantii atin feetu ha sii taatuu” jedheen. Jennaan intaltii isii yoma sun fayyite.
Preskúmať Maatewos 15:28
5
Maatewos 15:25-27
Niitiin taan ammoo dhuftee isa duratti jilbiiffattee, “Aabboo, na qarqaar” jetteen. Jennaan Yesus, “Sagalee ijoollee duraa fuudhanii saree dura buusuun aadaaniti” jedheen. Niitiin taan, “Aabboo, sun dhugaa ammoo sareelleen hambaa abbaa irraa jijiddu hin nyaattuu” jette.
Preskúmať Maatewos 15:25-27
Domov
Biblia
Plány
Videá