Uumama 6:5

Uumama 6:5 HAH

WAAQAYYOS akka jalʼinni namaa lafa irratti baayʼatee, wanni namni yeroo hunda garaa isaatti yaadu hundinuus jalʼaa qofa taʼe arge.