Wongeela Maarqoosii 5:8-9

Wongeela Maarqoosii 5:8-9 GAXNT

Yesuus isaan, “Ati ayyaana hama'a, namicha kana keessaaa bayi!” waan jedheeruuf, inni akkana jedhe. Yesuus, “Maqaan kee eennu?” jedhee isa gaafannaan, inni, “Maqaan kiyya duula; nuuti baca'a” jedhee deebise.