YouVersion လိုဂို
ရှာရန် အိုင်ကွန်

Wongeela Maatewos 5:29-30

Wongeela Maatewos 5:29-30 ARSIDNT

Ijji tee ka mirgaa sababa cubbu'uu yoo sitti taate, baasiitii gatiin! Qaaminni kee marri gara ibidda asaabaa titti gatamuu irraa qaama kee keessaa kutaa tokko uduu dhabiddee, si woyya.» Harki kee ka mirgaa sababaa cubbu'uu yoo sitti ta'e, murii gatiin! Qaaminni kee marri gara ibidda asaabaa titti gatamuu irra qaama kee keessaa kutaa tokko uduu dhabiddee, si woyya.

Wongeela Maatewos 5:29-30 အကြောင်း ဗီဒီယိုများ