1
Yohana 1:12
KITAABA WAAQA KA KITAABA DEUTAROKANONIKOL/ APOKRIFA QABU
Ammo nama isa fud'ate maqa isaa d'ugefate ch'ufa inni jabeenna kenne, aka ijoolle Waaqaa tahani.
Salīdzināt
Izpēti Yohana 1:12
2
Yohana 1:1
Duri qara fiit'e, ato lafti inuumamiini, dubbi jira. Dubbini suni Waaqa woliini jirti, dubbini suni Waaqa.
Izpēti Yohana 1:1
3
Yohana 1:5
Ifsaani dukana keesa ifsa, dukanti taka ind'aamfine.
Izpēti Yohana 1:5
4
Yohana 1:14
Dubbini nama taate, jiddu teenna teete, nu guddinna isaa agarre, akuma guddinna Ilma tokocha ka gara Abbati bahe, ka eebafi d'ugaani guutame.
Izpēti Yohana 1:14
5
Yohana 1:3-4
Waan ch'ufa Waaqi isaani uume, wonti tokoleeni ta isa male uumamte injirtu. Isa keesa jireenna jira, jireenni suni ifsa namaati.
Izpēti Yohana 1:3-4
6
Yohana 1:29
Boriyya Yohanani Yeso gara isa d'ufu jiru arginaani waan jed'e, ilaala, ilme hoola Waaqa, ta daba nama lafa ch'ufa fud'attu.
Izpēti Yohana 1:29
7
Yohana 1:10-11
Inni qara lafa jira. Lafti isaani uumamte, ammo lafti fuula isaa imbaranne. Inni lafa ufiti d'ufe, ammo gochi isaa isa dide.
Izpēti Yohana 1:10-11
8
Yohana 1:9
Ifsaani d'uga, ka nama ch'ufaa ifsu, lafati d'ufu jira.
Izpēti Yohana 1:9
9
Yohana 1:17
Waaqi Seera ufii Musani namaa kenne, ammo eebafi d'ugaani kara Yeso Kristotiini d'ufte.
Izpēti Yohana 1:17
Mājas
Bībele
Plāni
Video