Maatewos 7:15-16

Maatewos 7:15-16 KAKHAA

Yesus, “Raagota dharaa eegadhaa, ta hoolaa fakkaachuuf gogaa hoolaa uyyifattee gara keessan dhuftu, keessii isanii ammoo akka ya'ii beellooftee jira. Midhaan warraatiin warra beettan. Midhaan Wayinii qoraattii irraa inguuranii? Yokaan dheekkaa irraa mogorree inguuranii?