1
Wongeela Maatewoosii 18:20
Guji Oromo New Testament 2007
Addee namooti lama yookiin sad maqaa kiyyaan wolitti qabamanutti, ani isaan woliin jira” jedhe.
Palyginti
Naršyti Wongeela Maatewoosii 18:20
2
Wongeela Maatewoosii 18:19
Ammalle, ani isinitti hima, isin keessa nami lama, biyya lafaa irratti marroo waan tokkoo wolii galee yoo daadimate, Abbaan kiyya ka ol-gubbaa jiru waan isaan daadimatane san isaaniif hin godha.
Naršyti Wongeela Maatewoosii 18:19
3
Wongeela Maatewoosii 18:2-3
Inni daa'ima tokko waamee, isaan dura dhaabbachiisee, “Ani dhugumaan isinitti hima, yoo hin jijjiiraminii fi deebitanee akka daa'immaanii hin te'in, isin ijjumaa mootummaa ol-gubba'aatitti hin galtanu.
Naršyti Wongeela Maatewoosii 18:2-3
4
Wongeela Maatewoosii 18:4
Eennulle ka akka daa'ima kanaa ifi gad qabu mootummaa ol-gubba'aa keessatti mara ka caalu te'a.
Naršyti Wongeela Maatewoosii 18:4
5
Wongeela Maatewoosii 18:5
Eennulle daa'ima akkasii maqaa kiyyaan ka fudhatu ana fudhata.
Naršyti Wongeela Maatewoosii 18:5
6
Wongeela Maatewoosii 18:18
“Ani dhuguma isinitti hima, wonni isin lafa irratti hiitane ol-gubbaalle'etti ka hidhame te'a; wonni isin lafa irratti hiittanelle ol-gubbaalle'etti ka hiikame te'a.
Naršyti Wongeela Maatewoosii 18:18
7
Wongeela Maatewoosii 18:35
Maarre isinille gadhaa tokkoon obboleessa keessaniif yoo hin araaramin, tokkoo tokkoo keessan Abbaan kiyya ka ol-gubbaa jirulle akkasuma hin godha” jedhe.
Naršyti Wongeela Maatewoosii 18:35
8
Wongeela Maatewoosii 18:6
Isin keessaa nami tokko worra didiqqaa anatti dhugeeffatu kana keessaa tokkotti gufuu yoo te'e, dhakaan daaku'uu guddaan morma isaatitti hidhamee qilee abbaaya'aatitti adoo gatamee liqinfamee isaa woyya.
Naršyti Wongeela Maatewoosii 18:6
9
Wongeela Maatewoosii 18:12
Maan isinitti fakkaatti? Nami tokko hoolota dhibba qabaatee, isaan keessaa takkattiin yoo badde, sagaltamii sagal gaara irratti lakkisee ta badde san hin barbaaduu?
Naršyti Wongeela Maatewoosii 18:12
Pradžia
Biblija
Planai
Vaizdo įrašai