1
Wongeela Luqaasii 17:19
Guji Oromo New Testament 2007
Achiin duuba Yesuus namichaan, “Ol ka'ii deemi; dhugeeffannaan teeti si fayyitteerti” jedhe.
Palyginti
Naršyti Wongeela Luqaasii 17:19
2
Wongeela Luqaasii 17:4
Guyya'atti yennaa torba si yakkee, guyya'atti yennaa torba deebi'ee gara keeti dhufee, ‘Ani yakka irraa deebi'eera’ yoo si'iin jedhe isaaf araaram” jedhe.
Naršyti Wongeela Luqaasii 17:4
3
Wongeela Luqaasii 17:15-16
Isaan keessaa tokochi akka fayye yenna dhagge, qonqo'oo guddo'oon Waaqa galateessaa, deebi'ee dhufe. Miila Yesuusiititti jigee isa galateeffate; inni nama Samaariya'aa ti.
Naršyti Wongeela Luqaasii 17:15-16
4
Wongeela Luqaasii 17:3
Maarre isin ifi eeggadha'a; obboleessi keeti yoo si yakke, jabeessii gorsi; yoo inni yakka ifii irraa deebi'e isaaf araaram.
Naršyti Wongeela Luqaasii 17:3
5
Wongeela Luqaasii 17:17
Yesuus, “Namooti kudhanuu fayyanee motii? Nami sagali meeti ree?
Naršyti Wongeela Luqaasii 17:17
6
Wongeela Luqaasii 17:6
Goottaan deebisee, “Dhugeeffannaa haga midhaan sanaafici'ii geettu adoo qabaattanee, qilxaa kanaan, ‘Hiddaan buqqa'ii abbaayaa guddoo keessatti dhaabami!’ yoo jettane, innille isiniif hin ajajama” jedheen.
Naršyti Wongeela Luqaasii 17:6
7
Wongeela Luqaasii 17:33
Nami jiruu ifii fayyifatiisaaf barbaadu jiruu ifii hin dhaba; nami jiruu ifii dhabu ammoo jiruu ifii hin fayyifata.
Naršyti Wongeela Luqaasii 17:33
8
Wongeela Luqaasii 17:1-2
Yesuus barattoota ifiitiin, “Wonni kolbaa gufachiisu dhufuu hin dhaddu; ammoo nama guffachiisu saniif aanne'e! Worra didiqqaa kana keessaa tokkocha guffachiisu'uu mannaa, dhakaan daaku'uu morma isaatitti hidhamee abbaayaa guddo'otti adoo gatamee isaaf woyya.
Naršyti Wongeela Luqaasii 17:1-2
9
Wongeela Luqaasii 17:26-27
“Bara Nohiititti akkuma te'ee, bara Ilma Namaatittille akkasuma hin te'a. Haga guyyaa Nohi hoboloo guddo'otti galuutitti, kolbaan nyaataa unaa, fuudhaa heerumaa turte, bisaan badi'iille dhufee isaan maraa balleesse.
Naršyti Wongeela Luqaasii 17:26-27
Pradžia
Biblija
Planai
Vaizdo įrašai