1
Maatewos 4:4
Kakuu Haaraaka
Yesus ammoo deebisee, “Barreessii qulqulloo keessatti ‘Namii qixxaa callaan hinjiraatu, dubbii afaan Waaqaa keessaa baatu cufaan jiraataa’ waan jedhaa la barreessan” jedheen.
Palyginti
Naršyti Maatewos 4:4
2
Maatewos 4:10
Jennaan Yesus, “Sheexana na biraa deem! Barreessiin ‘Aabboo Waaqaa kankee callaa sagadii, isuma callaa Waaqeffadhi!’ jettii” jedhe.
Naršyti Maatewos 4:10
3
Maatewos 4:7
Yesus deebisee, “Ammallee barreessiin, ‘Aabboo Waaqaa kankee hinlaallatin’ jetti” jedheen.
Naršyti Maatewos 4:7
4
Maatewos 4:1-2
Jennaan hafuurii, akka sheexanii laallatu Yesus lafa gammoojjii geesse. Innii guyyaa afuratamaatii fi halkan afurtamaa sagalee malee taa'ee jennaan, beela'e.
Naršyti Maatewos 4:1-2
5
Maatewos 4:19-20
Innii warra yaamee, “Na gula koottaa! Anin guurtuu namaa isan tolchaa” jedheen. Yoma sun xuruuraa lakkisanii isa gula yaa'an.
Naršyti Maatewos 4:19-20
6
Maatewos 4:17
Guyyaa sunii jalqabee Yesus, “Mootummaan Waaqaa ya dhi'aattee Cubbuu irraa deebi'aa!” jedhe. Oduu dansaa haasa'e.
Naršyti Maatewos 4:17
Pradžia
Biblija
Planai
Vaizdo įrašai