1
Uumama 11:6-7
KITAABA WAAQA
waan jed'e, Me ilaala, worri kunini ch'ufti gosa toko, ammalle afaani toko dubbatani; iti keeyachaani waan worri armaa achi tahu tana. Armaa achi worri woma yaadu taha! Koota me, gadi buune, afaani worraa wolmilisine, aka worri wolind'ageenne.
Kokisana
Luka Uumama 11:6-7
2
Uumama 11:4
Jennaani waan jed'ani, Koota me, dira jaaranne, mana d'eera ka fiit'eeni isaa Waaqati ejitule jaarra, aka gurra baafanne lafa ch'ufa keesa gargari imbaane.
Luka Uumama 11:4
3
Uumama 11:9
Tanaafi dira suni maqa Babeli baasani; wonti akanatiifi achiti AABBO Waaqi afaani nama ch'ufa wolmillise, achumaani nama ch'ufa gargari baase wolhanqise.
Luka Uumama 11:9
4
Uumama 11:1
Gaafa qara nami ch'ufti afaani toko dubbata, dubbileeni toko.
Luka Uumama 11:1
5
Uumama 11:5
Jennaani AABBO Waaqi gadi bue, dirafi mana d'eera nami jaare argu d'ufe
Luka Uumama 11:5
6
Uumama 11:8
Duuba AABBO Waaqi lafa ch'ufa keesa worra gargari baase wolhanqise; jennaani worri ijaarsa dira suni lakise.
Luka Uumama 11:8
Ndako
Biblia
Bibongiseli
Bavideo