Yohana 9:2-3

Yohana 9:2-3 BOR

Jari isaa waan jed'eeni, Aabbo, nama kana mo abbaafi haad'a isati daba tolche, ka inni ballaa d'alate? Yesoni waan jed'eeni, Nami kunini yokhaani worri isaa daba intolchine; ammo aka hujiini Waaqa isa keesa mullattuufi inni ballaa d'alate.

Read Yohana 9