1
Uumama 9:12-13
KITAABA WAAQA
Waaqi waan jed'e, Akheekhi wold'aqisa ka anini sifi waan lubbu qaba ka si woliini jiru ch'ufaani haga jiru jireenna tolfad'u kana: Anini ule tiyya gubbaa dumansa keesa d'aaba, isiini duuba akheekha wold'ageeti tiyyatiifi ta lafa ch'ufa taati.
Compare
Explore Uumama 9:12-13
2
Uumama 9:16
Yo anini ule tiyya ta dumansa keesa mullattu argu, anini wold'aqisa jiru jireenna ka sifi waan lubbu qaba ch'ufa woliini tolfad'u qaabad'a.
Explore Uumama 9:16
3
Uumama 9:6
Ka d'iiga namaa buuse, namati d'iiga buusa; wonti akanatiifi Waaqi fakeenna ufii gula nama mid'aase.
Explore Uumama 9:6
4
Uumama 9:1
Waaqi Nuhufi ilmaani isaati eebise waan jed'eeni, Hora bula, daraara, lafa ira dabra.
Explore Uumama 9:1
5
Uumama 9:3
Waan lubbu qaba ch'ufa, mukhaafi bineensale, ya sii kenne, aka isiini sagale sii taatu.
Explore Uumama 9:3
6
Uumama 9:2
Bineensi ch'uftinu, simpirre taanaani, qurt'umi taanaani, bineensa garaani lafa ira lohu taanaani ch'ufti harka kanke ke jira, si sodaata.
Explore Uumama 9:2
7
Uumama 9:7
Amma duuba isani hora deebana, dagaaga daga hora.
Explore Uumama 9:7
ಮುಖಪುಟ
ಬೈಬಲ್
ಯೋಜನೆಗಳು
ವೀಡಿಯೊಗಳು