1
Seera Uumamaa 7:1
Kitaaba Woyyuu
Rabbi Noohiin, «Maatii kee maraa fudhadhuutii markaba seeni; dhaloota bara kanaa keessaa ati qajeelaa akka taate argeeraa.
比較
Seera Uumamaa 7:1で検索
2
Seera Uumamaa 7:24
Bisaanillee haga guyyaa dhibbaa fi shantamaa lafa irraa hin dhidhanne ture.
Seera Uumamaa 7:24で検索
3
Seera Uumamaa 7:11
Noohi dhalatee wogga dhibba jaheesso'oo ji'a lammeesso'oo guyyaa kudha torbeesso'ootitti burqaan gugurdaan maruu dhooye, gubbaan Sami'iillee banamee
Seera Uumamaa 7:11で検索
4
Seera Uumamaa 7:23
Wonti lafa irra jiru maruu nama irraa jalqabee haga waan lafa irra munyuuqanii, haga allaattii Samii irra bararanii maruu lafa irraa barbadaayan; worri du'a hafan Noohii fi worra markaba keessa isa woliin jiran calla'a.
Seera Uumamaa 7:23で検索
5
Seera Uumamaa 7:12
roobni guyyaa afurtamaa fi halkan afurtamaa lafatti roobe.
Seera Uumamaa 7:12で検索
ホーム
聖書
読書プラン
ビデオ