1
Wongeela Maatewos 3:8
Waadaa Haarawa
Eegasuu gara Waaqaa deebi'uu keessan hujii muldhisu hojjadhaa.
比較
Wongeela Maatewos 3:8で検索
2
Wongeela Maatewos 3:17
Yeroma sanitti, «Kunoo, ka ani itti gammadu fi jaaladhu, Ilmi kiyya kana» qooniqqi jedhu, sami'ii ni dhufe.
Wongeela Maatewos 3:17で検索
3
Wongeela Maatewos 3:16
Yesus cuuphamee bakkumatti akkuma bishaan keessaa bayeen samiin ni baname, Hafuurri Waaqaa'llee fakkeenna handari'iitiin bu'ee Yesusiin irra yoo taa'u ni arge.
Wongeela Maatewos 3:16で検索
4
Wongeela Maatewos 3:11
Kunoo, ani gara Waaqaa titti akka deebitaniif bishaaniin isin ni cuupha, ka ana duubaan dhufu garuu Hafuura Qulqullu'uu fi ibiddaan isin ni cuupha, inni ana haalaan ni caala, ani kophee miila isaatuu baadhachu'uuf ka malee miti.
Wongeela Maatewos 3:11で検索
5
Wongeela Maatewos 3:10
Amma garuu qottoon mukkiin jala kaayamee jira. Kanaaf mukinni firii mishaa hin daraare marrinuu, muramee gara ibiddaa titti ni gatama.
Wongeela Maatewos 3:10で検索
6
Wongeela Maatewos 3:3
« ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa, xurree'llee qajeelchaa!› Jedha'aa qooniqqa nama gammoojji'itti iyyuuti» jedhee nabiyyichi Isaayaas ka dubbate, waayee Yohaannisiiti ture.
Wongeela Maatewos 3:3で検索
ホーム
聖書
読書プラン
ビデオ