Oduu Nagayaa Ka Yohaannisii 1:3-4
Oduu Nagayaa Ka Yohaannisii 1:3-4 WLNT
Wonti martinuu isaan ta'e, waan ta'e keessaa tokkichillee isaan malee ka ta'e hin jiru. Isa keessa jireennatu jira, jireenni sunillee ifa namaati.