1
Seera Uumamaa 10:8
Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo
Kuush, Naamrudin dhalche; Naamrud kun biyya lafaa keessatti nama jabaa isa duraa ture.
तुलना
खोजें Seera Uumamaa 10:8
2
Seera Uumamaa 10:9
Inni Waaqayyo duratti iyyuu adamsaa jabaa ture; kanaaf jechi,<<Akka Naamrud isa Waaqayyo duratti iyyuu adamsaa jabaa sanaa>> jedhamee dubbatamuu beekamaa ture.
खोजें Seera Uumamaa 10:9
होम
बाइबिल
योजनाएँ
वीडियो