“Jara seera beeku ka wayaa dhedheertuun yayaa'uu fedhu, ka fulaa gabaatti akka nagaa fuudhan fedhu, ka mana waldeennaa keessatti dura taa'uu fedhu, ka yo sagalee waliin nyaatan barcumaa dansaa fedhu, ka mana nadheen hiyyeeyyiitii wa nyaatuu, ka kijibaan kadhachaa dhedheertuu kadhatu eegadhaa! Yakkaa takka hinargiin warratti murani” jedhe.