Yohaannis 16:22-23

Yohaannis 16:22-23 KAKHAA

Tanaaf isan amma laalaala qabdan; ammoo anin deebi'eetti isan arga, garaan keessan ingammada, gammada keessan kana namii tokkolleen danda'ee isan irraa hinfudhatu. Guyyaa sun isan homaa na hingaaffattan; anin dhuguma, dhugaatiin isanitti himaa, waan isan maqaa kiyyaan Abbaa kadhattan cufaa innii isanii kenna.