Raajii Milkiyaasii 3:11-12
Raajii Milkiyaasii 3:11-12 KITWOY
Ani akka midhaan keessan raammoon hin nyaanne dhoogga; biqiltuun woyini'ii keessan daraaraa malee hin hafu. Achiin maayessa baniin maruu isiniin banii eebbifame jedhanii isin waaman» ka waan kana dubbate ana Waaqa banii maraati.