1
Uumama 4:7
KITAABA WAAQA
Yo waan dansaa tolchite sila waan atini baaftu siraa fud'atani, ammo waan atini waan hamtu tolchiteefi ch'ubbuuni balbala keesa kurfo teete si eegatti. Isiini si qabachu feeti, ammo atini dabsachu malte.
Σύγκριση
Διαβάστε Uumama 4:7
2
Uumama 4:26
Sethiini ilma d'ale maqa Enoshi baaseefi. Gaafi sunini gaafa qara nami yo Waaqa yaamatu AABBO jed'e yaamatu.
Διαβάστε Uumama 4:26
3
Uumama 4:9
Duuba AABBO Waaqi Kaini gaafate waan jed'eeni, Oboleesi kanke Habiliini me? Inni waan jed'eeni, Anini imbeekhu. Qara oboleesa kiyya nati tissa?
Διαβάστε Uumama 4:9
4
Uumama 4:10
AABBO Waaqi waan jed'eeni, Atini maafi waan hamtu akana tana tolchite? D'iigi oboleesa keeti qonqo lafa iraa iyyitu nati fakaata.
Διαβάστε Uumama 4:10
5
Uumama 4:15
Jennaani AABBO Waaqi waan jed'eeni, Akasiniti, yo nami si ijeese maro torba haalo baasani. Duuba AABBO Waaqi beesisa Kaini ira kaye, aka nami isa arge inijeemne.
Διαβάστε Uumama 4:15
Αρχική
Αγία Γραφή
Σχέδια
Βίντεο