Seera Uumamaa 8:21-22

Seera Uumamaa 8:21-22 MACQUL

Waaqayyos foolii isa garaa ciibsu sana urgeeffatee yaada isaa keessatti,<<Wanti namni mucummaa isaatii jalqabee garaa isaatti yaadu hamaa yoo ta'e iyyuu, sababii namaatiif ani deebi'ee laficha matumaa hin abaaru, deebi'ees akkan kanaan dura godhe uumama jiraatu hundumaa matumaa hin balleessu*. Egaa hamma bara lafti kun itti jiraatutti, midhaan facaasuunii fi sassaabuun, dhaamochinii fi ho'i, bonnii fi ganni, guyyaanii fi halkan ittuma fufu malee hin dhaabatan>> jedhe*.