Seera Uumamaa 12:7

Seera Uumamaa 12:7 MACQUL

Waaqayyo yommus Abraamitti mul'atee,<<Ani biyya kana sanyii keetiif nan kenna>> jedhe; Abraamis iddoo Waaqayyo isatti mul'ate sanatti iddoo aarsaa Waaqayyoof in ijaare*.