Wongeela Luqaas 24:46-47
Wongeela Luqaas 24:46-47 ARSIDNT
Akkana'llee isaaniin ni jedhe, «Masihiin rakkinna akka fudhatuu fi guyyaa sadaffaa titti'llee du'aa akka ka'u durssee barreeffamee jira, akkuma kana maqaa isaatiin dhiifaminni cubbu'uu Yerusaalemii jalaqabee biyya maratti, ummata maraaf akka lallabamu dubbatamee jira.