Logo YouVersion
Eicon Chwilio

Wongeela Yohaannis 6:19-20

Wongeela Yohaannis 6:19-20 ARSIDNT

Barattoonni isaa'llee haga kiilomeetira shanii yookiin jahaa, bishaan dhayata'aa eega deemaniin duubatti, Yesus garba ciisaa irra tarkaanfata'aa gara hobolo'oo yoo dhiyaatu arganii, ni sodaatan. Inni garuu, «Anaa, hin sodaatinaa!» isaaniin jedhe.