Logo YouVersion
Eicon Chwilio

Wongeela Yohaannis 1:10-11

Wongeela Yohaannis 1:10-11 ARSIDNT

Inni'llee biyya lafaa keessa ni ture, biyyi lafaa'llee ka uumame isaan, biyyi lafaa garuu isa hin beekinneen. Gara worra isaa ni dhufe, worri isaa garuu ufitti isa hin fudhanne.