1
Seera Uumamaa 4:7
Kitaaba Woyyuu
Uduu waan mishaa gooteerta ta'ee silaa fuulli kee hin ifaamii? yoo waan mishaa hin goone ammo cubbuun balbala kee jalatti riphxee si eega'aarti isiin si argachuu feeti; ati ammo isii irratti mooyuu si barbaachisa» jedheen.
Cymharu
Archwiliwch Seera Uumamaa 4:7
2
Seera Uumamaa 4:26
Seetillee ilma uumate; maqaa isaa «Heenoos» jedheen. Namoonni bara san maqaa Rabbii waamuu jalqaban.
Archwiliwch Seera Uumamaa 4:26
3
Seera Uumamaa 4:9
Rabbi Qaa'eliin, «Obboleessi kee Aabeel eessa jira?» jedhee gaafate; Qaa'elillee «Eessa akka jiru ani hin beeku; ani tissee obboleessa kiyyaatii?» jedhee deebiseef.
Archwiliwch Seera Uumamaa 4:9
4
Seera Uumamaa 4:10
Rabbi Qaa'eliin «Maal gooteen? dhiinni obboleessa keetii ka jige lafa irraa gara kiyya iyya'aara
Archwiliwch Seera Uumamaa 4:10
5
Seera Uumamaa 4:15
Rabbi ammo, «Eennullee si hin tuqu; nama si ajjeese adabbii dachaa torbaatiin haluu isa baya» jedheen; kanaafuu Rabbi namni Qaa'eliin arge maruu akka isa hin ajjeefne malkata addaa itti godhe.
Archwiliwch Seera Uumamaa 4:15
Gartref
Beibl
Cynlluniau
Fideos