Logo YouVersion
Ikona vyhledávání

Luqaas 24:31-32

Luqaas 24:31-32 HAH

Iji isaanii ni baname; isas ni beekan; innis ija isaanii duraa dhokate. Isaanis, “Yeroo inni karaatti nu wajjin dubbachaa turee fi yeroo inni Katabbiiwwan Qulqulluu nuu ibsaa ture sana, garaan keenya nu keessatti bobaʼaa hin turree?” jedhanii wal gaafatan.

Související videa