1
Wongeela Maatewoosii 15:18-19
Guji Oromo New Testament 2007
Wonni afaan namatii bawu ammoo gadhaa irraa dhufa, wonni nama batteessulle kana. Sababille Yaadi hamaan, ijjeesuun, gaarayyeeffatuun, sagaagaluun, hatuun, dharaan dhugaa bawuun, maqaa namaa balleessuun gadhaa namaa keessaa baya.
Porovnat
Zkoumat Wongeela Maatewoosii 15:18-19
2
Wongeela Maatewoosii 15:11
wonni nama batteessu waan afaan namaa keessaa bawu malee, waan gara afaan namaa seenuu moti” jedheen.
Zkoumat Wongeela Maatewoosii 15:11
3
Wongeela Maatewoosii 15:8-9
‘Kolbaan tun afaaniin na ulfeessiti, gadhaan isi'ii narraa fago'o; kolbaan tun ajaja namaa akka seera Waaqaatitti barsiisaa, akkasumaan na waaqonsiti’ ta jedhe dhuga'a” jedhe.
Zkoumat Wongeela Maatewoosii 15:8-9
4
Wongeela Maatewoosii 15:28
Achiin duuba Yesuus deebisee, “Dubartii tana, dhugeeffannaan teeti guddo'o! Akkuma halchaa teetii sii teetuu” jedheen. Intalti isi'iille yoosuma fayyite.
Zkoumat Wongeela Maatewoosii 15:28
5
Wongeela Maatewoosii 15:25-27
Dubartittiin ammoo dhuttee isa duratti jilbiiffattee, “Gootta'a, na gargaar” jetteen. Yesuus deebisee, “Sagalee ijoolle'ee fuudhanee sare'eef qolaansuun sirri'ii moti” jedheen. Isiin deebittee, “Ee, Gootta'a, te'uu malee sareelle woma qorii goottaa isaanii irraa harca'u nyaatti” jette.
Zkoumat Wongeela Maatewoosii 15:25-27
Domů
Bible
Plány
Videa