Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 14:34-35
Dubbii Nagayaa Ka Luqaasii 14:34-35 KITWOY
«Sooqqiddi waan misha'a; inni garuu yoo mi'aa uf keessaa hin qabaanne maali'iin mi'aaya ree? Faayidaa biraa hin qabu; lafaafillee kosii hin ta'u; gara raasa'aa gatama. Kanaafuu namni gurra dhagayu qabu haa dhagayuu!» jedhe.