Dubbii Nagayaa Ka Yohaannisii 4:14
Dubbii Nagayaa Ka Yohaannisii 4:14 KITWOY
Ka bisaan ani kennu irraa dhugu maruu ammo baraa haga bara baraa hin dheebotu; bisaan Ani kennu isa keessatti burqaa jireennaa ka bara baraan isa keessaa burqu ta'a» isi'iin jedhe.