Seera Uumamaa 20:6-7
Seera Uumamaa 20:6-7 KITWOY
Rabbillee eebju'uun, «Qajeellummama onnee teetiitiin akka waan kana goote ani hin beeka; Anillee akka ati cubbuu hin hojjanne, akka isii hin tundhe si dhoogge. Amma ammo haadha manaa isaa deebisiif inni waan raatticha ta'eef Waaqa sii kadhataa; atillee hin ooltaa; yoo deebisu'uufii baatte ammo ati akka duutu, wonti ati qabdu maruu akka du'u beeki» jedheen.