YouVersion Logo
Search Icon

Macaafa Nahimiiyaa 1:7-9

Macaafa Nahimiiyaa 1:7-9 MACQUL

Nuyi si duratti wanta jal'aa hojjenneerra, abboommii kee fi seerrata kee, wanta qajeelaa ta'es isa ati Musee garbicha kee abboomte hin eegne. <<Hadaraa wanta garbicha kee Musee abboomte yaadadhu! Ati,<<Isin yoo amanamoo ta'uu dhabaattan saba lafa irraa gidduu isin nan tamsaasa*; garuu gara kootti yoo deebitan, wanta ani isin abboomes yoo gootan, hamma daarii lafaatti yoo tamsaatan iyyuu achii walitti isin sassaabee deebisee iddoo maqaan koo akka itti waamamuuf fo'adhe sanatti isin nan fida>> jetteetta*.