YouVersion Logo
Search Icon

WANGEELA MAATEWOS 22:19-21

WANGEELA MAATEWOS 22:19-21 MACQUL

Horii ittiin gibira sana baaftan anatti argisiisaa!? jedhe; kanaaf isaan bifa horichaa isatti fidan. Yesus immoo, ?Kun bifa eenyuu ti? Caaffata eenyuu tis?? jedhe. Isaanis, ?Kan mooticha warra Roomaa ti? ittiin jedhan. Achumaanis Yesus, ?Egaa mootichaaf, kan fudhachuun isaaf ta'u kennaa; Waaqayyoofis kan fudhachuun isaaf ta'u kennaa!? isaaniin jedhe*.