YouVersion Logo
Search Icon

WANGEELA MAATEWOS 2:1-2

WANGEELA MAATEWOS 2:1-2 MACQUL

Bara mooticha Herodisitti, Yesus mandara Betlihem kutaa biyya Yihudaatti yommuu dhalate, kunoo namoonni ogeeyyiin urjii lakkaa'an tokko ba'a-biiftuutii gara Yerusaalem dhufan*. Isaan, ?Inni mootii Yihudootaa ta'ee dhalate eessa jira? Nuyi urjii isaa ba'a-biiftuutti arginee, isaaf sagaduu dhufneerra'o? jedhanii iyyaafatan*.

Video for WANGEELA MAATEWOS 2:1-2

Free Reading Plans and Devotionals related to WANGEELA MAATEWOS 2:1-2