YouVersion Logo
Search Icon

Macaafa Miilkiyaas Raajichaa 3:11-12

Macaafa Miilkiyaas Raajichaa 3:11-12 MACQUL

Midhaan keessan kan balleessu isin irraa nan ifadha; maasii keessan keessaa mukti waynii keessanii hin maseenu; kana ana Waaqayyo gooftaa maccaatu dubbate*. Isin biyya nama gammachiisu keessa waan jiraattaniif sabni warri kaan hundinuu,<<Isin warra eebbifamoo dha>> isiniin in jedhu*.

Video for Macaafa Miilkiyaas Raajichaa 3:11-12

Free Reading Plans and Devotionals related to Macaafa Miilkiyaas Raajichaa 3:11-12