Macaafa Miilkiyaas Raajichaa 2:16
Macaafa Miilkiyaas Raajichaa 2:16 MACQUL
Waaqayyo gooftaan inni kan Israa'el,<<Namni haadha manaa isaa gad dhiisuun humnaan ishee irratti ka'uu akka uffataatti uffachuu isaa waan ta'uuf, wanta akkasii baay'isee nan jibba; kanaafis isin jireenya keessan eeggadhaa, amanamummaas hin dhabinaa!>> jedha*.