WANGEELA LUQAAS 7:7-9
WANGEELA LUQAAS 7:7-9 MACQUL
Kanaafis ani ofii koo si bira dhufuun akka anaaf ta'utti of hin lakkoofne; achumaa dubbii tokkicha duwwaa dubbadhu, naa'oon koos in fayya. Anis immoo of irraa nama na abboomu qaba, of jalaas loltuu qaba. Isa tokkoon dhaqi yoon jedhe in dhaqa, isa kaaniinis kottu yoon jedhe in dhufa; naa'oo kootiin kana raawwadhu yoon jedhe in raawwata? jedhe. Yesus kana yommuu dhaga'e dinqifatee, namoota isa duukaa jiranitti gara galee, ?Ani Israa'el keessatti illee amantii guddaa akkasii gonkumaa hin argine? jedheen.