WANGEELA LUQAAS 7:47-48
WANGEELA LUQAAS 7:47-48 MACQUL
Kanaafis sittan hima, jaalalli ishee inni guddaan kun, cubbuun ishee inni baay'een akka dhiifameef mul'isa; xinnoon kan dhiifamuuf garuu, jaalala xinnoo argisiisa? jedhe. Yommusuma dubartittiidhaan, ?Cubbuun kee siif dhiifameera? jedhe.